Faarfannaa Halkanii
Faarfannaa 134
Faarfannaa ol baʼuu.
1 Isin tajaajiltoonni Waaqayyoo ,
warri halkan mana Waaqayyoo keessa tajaajiltan hundinuu,
2 Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatii
3 Waaqayyo samii fi lafa uume sun